Burqa Wonchi

Burqa Wonchi Share Company is established to provide hotel and tourism services along with other initiatives. Our company’s logo is as follows.

BurqaaWancii-logo

To learn more about our company you can reach us via email: burqaawancii@gmail.com.

Waldaan Burqaa Wancii kaayoo daldalaa armaan gaditti ibsaman raawwaachuuf dhaabateera.

  • Tajaajila hoteelaa fi turiizimii irratti dhaabbata akka biyyoolessaatti dorgomaa fi
    filatamaa ta’e dhaabuun tajaajila kennuu
  • Bishaan mineraalaa fi bishaan albuudaa qulqulluu gabaatti dorgomee mo’uu
    danda’u omishuun gabaatti dhiheessuu
  • Hojii qonna waliigalaa/General Agriculture & Agro-processing/keessatti
    dhaabbata dorgomaa ta’an dhaabuun guddina biyyaa keessatti qooda mataa
    keenyaa ba’uu.

Waldichaaf gaaffii yoo qabaattan email kanaan nuquunnamaa: dandeessu:burqaawancii@gmail.com.

Recent Posts

History

Burqa Wonchi Share Company was established in 2018 with the mission to provide hotel and tourism services as well as engage in mineral water production and agro processing  industry with a longterm vision to grow into global initiatives.

More Posts